Yeroo ammaa addunyaarratti miidiyaaleen hawaasummaa jiruufi jireenya dhala namaarratti dhiibbaa guddaa uumaniiru, akkaataa odeeffannoo itti argatanis jijjiiraniiru. Akkaataa addunyaan odeeffannoo itti ...