Hojiin tola ooltumaa inni hojjete qalbii fayyadamtoota miidiyaa hawwaasaa harkiseera. Man haadholii daddhaboo galee isaan jajjabeessera. Dhukkubsattoota hospitaala keessaa nama isaan gaafatu hin qabne ...